Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

Giddugaleessa Qorannoo Qonna Sinaanaatiin deeggaramanii qonnaan Bultoonni kilaastaraan shuqoo omishan Aanaa Gooroo Ganda Baallee Gadullaatti bu’aa garii ta’e argataa  kan jiran ta’uu miidiyaaleef himan . Giddugaleessa qorannoo qonna sinaanaatti qorataa fooyyessa midhaaniitti dursaa garee Kuduraa fi Muduraa kan ta’an Obbo Geetachooo Asaffaa deeggarsa gorsaafi haala qabiinsa shuqoo irratti qonnaan bultoota kilaastaraan gurmaa’aniif deeggarsi godhamaafi kan jiru ta’uusaa  ibsaniiru. Qonnaan bultoonni kilaastaran omishaan kunis omishni kun sanyii dhukkuba dandamatu; akkasumas, raammoon kan hin miidhamnee fi callaa guddaa kan kennuu ta’uusaa miidiyaaleef ibsaniiru.