Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

Manaajimentii IQQO, geggeessitootaa giddugaleessaa, hojjattoota mana galmeefi karooraaf Giddugaleessa Qorannoo Kanniisa Hoolotaatti leenjiin Mirga Bilisummaa Odeeffannoo irratti guyyaa lamaaf Amajjii 24-25/2010 kenname. Leenjichirratti  kan hirmaatanis mirgaafi dirqama odeefffaannoo kennuufi fudhachuu caalmaan akka hubatan ibsaniiru. Leenjiin akka kanaa nama hunda ilaallata waan ta’eefis namoonni leenjicha irratti hirmaatan namoota hin hirmaatin hafaniif mana hojii isaanitti guyyaa deebi’an leenjii akka kennanis hubatameera.