Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

 

Sirna badhaasa qonnaan bultoota adda duree marsaa 12ffaaf Galma Abbaa Gadaatti geggeeffame irratti Giddugaleessonni Qorannoo Qonna Baakkoo, Sinaanaa, Adaamii Tulluu fi Giddugaleessi Mahaandisummaa Qonna Asallaa teknoolojii omishaafi omishtummaa qonnaa guddisan burqisiisuun hojii boonsaa hojjataniin badhaasa beekamtii Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin kenname fudhataniiru.

Sagantaa kana irrattis daawwannaa teknoolojii IQQO’n qopheesse kabajamoo Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan ta’an Doktara kabajaa Ob. Lammaa Magarsaatiin daawwatameera.