Submitted by Manager on Fri, 06/22/2018 - 14:53

በኦሮሚያ ግብርና ትራንስፎርሜሽን ችግሮች ላይ ያተኮረና የወደፊት የመፍትሄ ቅጣጫዎችን የመላከተ ከፍተኛ የግብርና ባለሙያዎች የተሳተፉበት ሙያዊ ምክክር አውደ ጥናት ተካሄደ፡፡
በኦሮሚያ ግብርና ምርምር ኢንስቲትዩት ዋና መ/ቤት የስብሰባ አዳራሽ በተካሄደው በዚህ ስብሰባ ላይ የኦሮሚያ ግብርናና የተፈጥሮ ሀብት ልማት ቢሮ ሀላፊ ክቡር አቶ ዳባ ደበሌን ጨምሮ ከኢትዮጵያ ግብርና ምርምር ኢንስቲትዩትና ከኦሮሚያ ግብርና ምርምር ኢንስቲትዩት የተወጣጡ ከፍተኛ የግብርና ተመራማሪዎች፤በግብርና ሙያ የማማከር ስራ ላይ የተሰማሩ ከፍተኛ ባለሙያዎች ከተለይዩ ዩንቨርሲቲዎችና ከዓለም አቀፍ የግብርና ተቋማት የተወከሉ ተመራማሪዎችና የምርምር ዳይሬክተሮች በተሳተፉበት በዚህ የአንድ ቀን አውደ ጥናት ላይ ከላይ በተጠቀሰው አብይና ወቅታዊ አጀንዳ ላይ ሰፋ ያለ ውይይት አካሂደዋል፡፡
Submitted by Manager on Fri, 05/18/2018 - 15:30


Hojjattoota Instiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa Lamilee keenya Naannoo Somalee fi Naannoo Oromiyaa daangaa Somaaleetti argaman Oromummaa isaanitiin qofa haala sukkaneessaa ta’een buqqa’aniif gargaarsa Midhaan nyaataa arjoomniiru.
Submitted by Manager on Mon, 04/09/2018 - 12:05
Submitted by Manager on Mon, 04/02/2018 - 11:48
Submitted by Manager on Thu, 03/08/2018 - 15:52


Gamaggamni wixinee Inistiitiyuutii Qorannoo Qonna Oromiyaa kan bara 2010 geggeeffamaa ture goolabamee jira. Sagantichis guyyoota shaniif geggeeffamaa kan tureefi piroojektootni hojiilee qorannoo 400 ta’an dhiyaatanii irratti mariyatamuun gamaggamichi xumurameera.
Submitted by Manager on Fri, 02/23/2018 - 10:28

Guyyaan farra malaammaltummaa akka sadarkaa IQQOtti paanaalii marii geggeessuun kabajame. Kabaja ayyaanichaa irrattis yaadoleen mariifi gaaffileen adda addaa ka’uun bakka qaamoleen oggansaafi hojjattootni Inistiitiyuutichaa argamanitti kabajamee ooleera.
Submitted by Manager on Tue, 02/20/2018 - 14:06

Oromia Agricultural Research Institute (IQQO) Agricultural Growth Program (AGP-II) conducted Annual research proposal review at Adama from 12-16 Feb 2018. Welcoming and opening speech were addressed by Dr Dagnachew Lule (AGP-II Coordinator) and Dr Feto Esimo (General Director for IQQO), respectively. A total of 206 new research activities were presented by the 15 AGP-II supported research centers.
Submitted by Manager on Mon, 02/12/2018 - 08:31
Submitted by Manager on Sat, 01/13/2018 - 14:41
Submitted by Manager on Thu, 12/28/2017 - 14:01


Leenjiin oggansaa AGP II tiin deeggaramu guyyoota lamaaf galma Inistiitiyuutii Qorannoo Qonna Oromiyaatti kennamaa jira. Sagantaa guddina qonnaatti CDSF (capacity development support facility) tiin leenjiin dandeettii gabbisuu irratti barsiisaa lammii biyya Beeljiyeem kan ta’an Mr. Arthor Delabie jedhamuun leenjiin kennamaa jira.