Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Machaaraa Hojii Omisha Gannaatiin haala Abdachiisaarra Jira

Giddugaleessi Qorannoo Qonna Machaaraa hojii omisha gannaa bara kanaatiin milkii gaariirra jira. Giddugaleessichi qorannoowwan adda addaa geggeessuun teknoolojii fooyya’aa dhiyeessee jiruufi jireenya qotee/horsiisee bulaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba.

Haaluma kanaan bara kanas giddugaleessi kun oyruu qotee bulaa fi buufata qorannoo irratti yaaliiwwan geggeessaa jiruun sanyiilee midhaan gosa adda addaa omishuun milkaa’aa jira.