Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@


@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@

 

 

Hojiileen omisha qamadii walta'iinsa Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa,Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Itoophiiyaa fi Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaatiin Godinaa Shawaa Bahaa Aanaa Boosat Ganda Siifaa Battee Lafa hek.228 irrattii kilasteraan jallisiin omishamaa ture bakka hoggantootni adda addaa argamanitti guyyaa har'aa(Bit.05, 2012)dawwaatame jira .