Submitted by Manager on Fri, 01/15/2021 - 09:14
Qamadiin Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Machaaraatiin Omishame Haala Abdachiisaarra Jira.
Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Machaaraatiin qamadiin jallisiin godina Harargee Lixaa aanaa Daaroo Labuu
bakka Laga Dhungataa jedhamutti lafa heektara soddoma (30) irratti omishamaa ture haala abdaachisaaraa jiraachuu
giddugalichi beeksiseera. Hojiin kunis carraaqqii giddugaleessichaatiin milkaa’uu danda’eera.
Haaluma kanaan yaaliiwwan qorannoo (2) qamadii Daabboo, Paastaa fi Makoroniis geggeeffamaa jira.
Submitted by Manager on Wed, 01/06/2021 - 09:38
Hojiileen Deeggarsa AGP-IIn Hojjatamaa Turan Daawwataman
Giddugaleessa Qorannoo Kanniisa Hoolataatiin hojiileen qorannoo deeggarsa AGP-IIn aanaa Tokkee Kuttaayee fi aanaa
Walmaraa keessatti hojjatamaa turan Mudde 24/2013 bakka qooda fudhattootnii fi qonnaan bultootni argamanitti daawwatameera.
Daawwannicha irrattis qonnaan bultootni Kanniisa horsiisuun bu’aa gaarii argataa jiran hojiin isaanii kan daawwatame yoo ta’u; qonnaan
Submitted by Manager on Tue, 01/05/2021 - 12:33
Submitted by Manager on Mon, 12/28/2020 - 11:29
Submitted by Manager on Mon, 12/28/2020 - 11:19
Description of the machine
The threshing units of the original Asella Model III thresher peg type are effective in threshing smaller cereals like teff,
wheat, barley, oats and sorghum but there were difficulties in feeding. The feeding inlet position was modified to just below the drum.
The auger and sieve system were removed and the grain allows flowing gravitationally. It was also modified and developed considering
safe and easy operation.
Specifications and Working Features
Submitted by Manager on Mon, 12/28/2020 - 11:03
Submitted by Manager on Tue, 12/15/2020 - 15:10
ሲናና ግብርና ምርምር ማዕከል በምርምር ያገኛቸውን የሰብል ዝርያዎች እያባዛ ነው
ጎባ ታህሳስ 5 /2013 (ኢዜአ) ሲናና ግብርና ምርምር ማዕከል በምርምር ያገኛቸውን የሰብል ዝሪያዎችን አርሶ አደሩ ጋር እንዲደርሱ በማባዛት ላይ እንደሚገኘ ገለጸ፡፡
ማዕከሉ በምርምር ጣቢያና አርሶ አደሩ ማሳ ላይ እያባዛቸው የሚገኙ የሰብል ዝሪያዎች ባለድርሻ አካላት ትናንት በመስክ ተመልክተዋል፡፡
በማዕከሉ የቅባትና ጥራጥሬ ሰብሎች ቡድን መሪና ተመራማሪ አቶ ጌታቸው አሰፋ በወቅቱ እንደገለጹት የአርሶ አደሩን የምግብ ዋስትናና ምርታማነትን የሚያሳድጉ
ዝርያዎችን በምርምር በማውጣት ለአርሶ አደሩ ተደራሽ እያደረጉ ነው።
በተለይ የአርሶ አደሩ የዘመናት ጥያቄ የነበረውን የጥራጥሬ ዝሪያዎች አቅርቦት ለማዳረስ ደርቤራ፣ ሶሬሳና ኬና የሚባሉ አምስት የጥቁር አዝሙድና ሁንዳ ኦል፣ ኤቢሳና ቡርቃ
የሚባሉ የአብሽ ዝሪያዎችን በኩታ ገጠም በማልማት በማባዛት ላይ እንደሚገኘ ገልጸዋል።
Submitted by Manager on Tue, 12/15/2020 - 12:49
Guyyaan Daawwannaa Dirree Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Sinaanaatti Geggeeffame
Mudde 4/2013 guyyaan daawwannaa dirree Giddugaleessa Qorannoo Qonna Sinaanaatiin qophaa’e geggeeffame.
Daawwannichis oyruu qonnaan bultoota qamadii daabboo Dambalii fi Galaan lafa heektara 74 irratti kilaastaraan omishame kan
daawwatame yoo ta’u; qonnaan bultootnis deeggarsa gorsaafi ogummaa giddugaleessichaan taasifameef irratti hundaa’uun paakejii
guutuu fayyadamanii kan milkaa’an ta’uu ibsaniiru.
Submitted by Manager on Tue, 12/15/2020 - 10:38
Qonnaan Bultootni Aanaa Gooroo Kilaastaraan Mi’eessituu fi Urgeessituu Omishaan Fayyadamoo Ta’aa Jiru.
Godina Baalee aanaa Gooroo ganda qonnaan bulaa Waltajjii Gobbuutti qonnaan bultootni kilastaraan Shuqoo fi Abasuuda Gurraacha
omishaan fayyadamoo ta’aa jiraachuu dubbatu. Deeggarsa Giddugaleessi Qorannoo Qonna Sinaanaa taasisaafii tureen qonnaan bultootni
fayyadamoo akka ta’an ibsaniiru. Sanyii filatamaa qorannoon argame giddugaleessicharraa fudhatanii oyruu isaanii misoomsaa kan jiran qonnaan
Submitted by Manager on Tue, 12/08/2020 - 12:52
ODUU AAGAA
Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa fi Inistiitiyuutiin Saayinsii Ikkoloojii Appilaayidii Chaayinaa damee qorannoo qonnaa
irratti waliin hojjachuuf sanada waliigaltee mallatteessan.