Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

Qormaatilee Injifachuun Waadaa Qotee/Horsiisee Bulaaf Galle Gochaan Dhugoomsineerra

***************

Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa giddugaleessota qorannoo kudha torbaan (17) haala qilleensa adda addaa/agro-ecology/ keessatti qorannoo geggeessaa jiruun teknoolojii hudhaalee qonnaa furan kumaatamaan lakkaa'aman qotee/horsiisee bulaa biraan gahuun qonnarratti jijjiirama bu'uuraa fideera.

Haaluma kanaan bara kanas Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Baakkoo rakkoo nageenyaa keessatti qorannoo gama hundaan geggeessaa jiruun milkaa'aa jira. Giddugaleessichaatti gareen Midhaan Biilaafi Agadaas qorannoo geggeessaa jiruun teknoolojii rakkoo qonnaan/horsiisee bulaa hiikuu danda'an irratti hojjachaa jira.