Submitted by Manager on Thu, 11/19/2020 - 15:26
Teknoolojiiwwan Bunaa fi Muuzii Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Machaaraatiin Bahaniin Qonnaan Bultootni Fayyadamoo Ta’aa Jiru.
Giddugaleessi qorannoo qonna Machaaraa teknoolojiiwwan qorannoon argate qotee/horsiisee bulaa biraan gahuun jiruufi jireenya isaanii jijjiiruu keessatti shoora olaanaa bahaa tureera.
Haaluma kanaan bara kanattis teknoolojii Bunaa fi Muuzii qorannoon argate qonnaan bulaaf kennuun fayyadamoo taasisaa jira. Godina Haraargee Lixaa jiraataa aanaa Daaroo Labuu ganda
Submitted by Manager on Thu, 11/19/2020 - 12:26
Teknoolojii Bishingaa ‘Malkaam’ jedhamu Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Fadiis baaseen qonnaan bultootni aanaa Baabbilee gandoota adda addaa keessa jiraatan fayyadamoo ta’uu isaanii dubbatu. Bishingaa yeroo gabaabaa keessatti hanqina roobaa dandamachuun callaa gaarii kennu omishuun fayyadamaa ta’aa akka jiran qonnaan bul aa aanaa Baabbilee ganda Ibaadaa kan ta’an Ob. Mohaammad Eeraan himaniiru.
Submitted by Manager on Fri, 11/06/2020 - 15:58
Kenna Tajaajilaa fi Geggeessummaa Irratti Hoggantoota IQQO fi Giddugaleessotaaf Leenjiin Kenname
******************************************************
Akkaataa kenna tajaajilaafi geggeessummaa irratti Hoggantoota IQQOfi Giddugaleessotaaf leenjiin Biiroo
Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiin guyyaa tokkoof Onkoloolessa 25/2013 Finfinneetti kenname.
Leenjiin kenname kunis kenniinsa tajaajilaa maamiltootaaf kennamu daraan fooyyessuufi dandeettii
geggeessummaa qorannoofi deeggarsaa cimsuuf kennameera.
Submitted by Manager on Fri, 11/06/2020 - 15:51
Raawwiin Hojii Kurmaana 1ffaa Bara 2013 Giddugaleessotaa Gamaggamamaa Jira.
*****************************************
Raawwii karoora hojii kurmaana 1ffaa kan bara 2013 giddugaleessotaa Inistiitiyuutii Qorannoo Qonna Oromiyaatti
Onkoloolessa 26/2013 gamaggamamuu eegale. Sagantichis haasaa baniinsaa Daarektarri Olaanaa IQQO
Ob. Tashoomaa Boggaalaa taasisaniin eegalame.
Gamaggamicha irrattis Giddugaleessonni qorannoo kudha torba (17) argamuun raawwii karoora hojii isaanii kan k
Submitted by Manager on Tue, 08/11/2020 - 10:38
The first IQQO Advisory Board meeting was successfully held on August 8, 2020, at Caneth Hotel, Adama. At the meeting, the chairman of the board,
Dr. Mandefro Nigussie, started the meeting by introducing the Board members; He then presented what is expected from The Advisory Board and IQQO leadership.
The second presenter was The DG of IQQO, Obbo Teshome Bogale. He presented "what IQQO does" to the board members and participants from IQQO.
Submitted by Manager on Thu, 03/26/2020 - 10:24
@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@


@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@
Qamadiin waqtii bonaa jallisiin kilaastaraan Godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaallee gandoota Saaraa Weyibaa lafa heek.
Submitted by Manager on Mon, 03/16/2020 - 09:47
@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@


@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@
Submitted by Manager on Mon, 03/16/2020 - 09:40


Hojiileen oomisha qamadii waqtii bonaa kilasteeran jallisiin omishame Aanaa Sadan Sooddootti bakka hooggantootni Olaanoo naannoo Oromiyaa argamanitti Bitootessa 03, 2012 daawwatamee jira.
Daawwannaa kanaanis qamadii heektara 200 irratti oomishamee keessa kan ganda Tolee Wasarbii guyyaa har'a dawwaatamee jira.
Submitted by Manager on Tue, 02/25/2020 - 11:30
Submitted by Manager on Tue, 02/25/2020 - 11:21

Gamaggamni yaaliiwwan wixinee qorannoo Guraandhala 9-14/2012 bakkeewwan sadii jechuunis Giddugaleessa Qorannoo Qonna Adaamii Tulluu, Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa fi Giddugaleessa Qorannoo Qurxummii fi Lubbu-qabeeyyii bishaan keessaa biroo Baatuutti geggeeffamaa ture milkiin goolabameera.